Inni hundeeysaa magaalaa Andaaluusiyaatii fi hayyuu Muslimaa akkasumaas balaliisaa jalqabaa qilleensa keessa balali’e. Hayyuu kalaqaa fi nama jabaa ture. Hayyuun kun Abbaas Ibnu Firnas ja’ama. Inni Andaaluusiyaa, ummata Kordoobaa, maatii Berber irraahi ture. Kordoobaatti guddatee achitti barate. Abbaas ibnu farnaas nama saayinsii fi aartii kan ture yoo ta’u, dameewwan saayinsii adda addaa hedduu irratti cimaa ture. Falaasama, keemistirii, astronomy, herregaa fi afaan Arabaa kan horate yoo ta’u, kanaafi umurii
Leave a comment