SEENAA ABBAAS IBNU FIRNAAS

Inni hundeeysaa magaalaa Andaaluusiyaatii fi hayyuu Muslimaa akkasumaas  balaliisaa jalqabaa qilleensa keessa balali’e.  Hayyuu kalaqaa fi nama jabaa ture.  Hayyuun kun Abbaas Ibnu Firnas ja’ama.  Inni Andaaluusiyaa, ummata Kordoobaa, maatii Berber irraahi ture.  Kordoobaatti guddatee achitti barate.  Abbaas ibnu farnaas nama saayinsii fi aartii kan ture yoo ta’u, dameewwan saayinsii adda addaa hedduu irratti cimaa ture.  Falaasama, keemistirii, astronomy, herregaa fi afaan Arabaa kan horate yoo ta’u, kanaafi umurii

See more

Leave a Reply

Create your own website, free on WordPress.com.Create your own website.
Start free